#Koysha, #Wenchi and #Gorgora sites have been doing commendable work that aims to capitalise on existing natural attributes

በኮይሻ፣ በወንጪ እና በጎርጎራ የልማት ፕሮጀክቶችን ዲዛይን የሠሩት ቡድኖች ስፍራዎቹ ያላቸውን ዕምቅ የተፈጥሮ ሀብት በጥቅም ላይ ከማዋል አንጻር የሚደነቅ ሥራን ከውነዋል። የገበታ ለሀገር ዕለት መቃረቡን በማሰብ፣ በእነዚህ ሀገራዊ ፕሮጀክቶች ላይ ዐሻራችሁን በማሳረፍ ላይ ለምትገኙ ሁሉ ምስጋናዬን አቀርባለሁ።
Gareewwan diizaayinii piroojektoota misoomaa Kooyishaa, Wanciifi Gorgoraa hojjetan gama qabeenya uumamaa bakkeewwan kunneen qaban hojiirra oolchuutiin waan dinqisiifatamu hojjetaniiru. Guyyaan “Irbaata Biyyaaf” dhiyaachuusaa ilaalchisuun, warra piroojektoota kanneenirra ashaaraa keessan keewwachaa jirtan hundaan galatoomaan jedha.
The design teams for #Koysha, #Wenchi and #Gorgora sites have been doing commendable work that aims to capitalise on existing natural attributes. As #DineForEthiopia date approaches, appreciation to all those that are placing their print on these national projects.
Posted in News.

Leave a Reply

Your email address will not be published. Required fields are marked *